Hojjettonni Manneen Hojii Mootummaa Fedeeraalaa Guyyaa Boruu Irraa Eegaluun Hojii Isaanii Mana Taa’aii Akka Hojjetan Murtaa’e

Hojjettoonni Manneen Hojii Mootummaa Fedeeraalaa Guyyaa Boruu Irraa Eegaluun Murtoon Dabalataa Hanga Darbutti Hojii Isaani Mana Taa’anii Akka Hojjetan Murtaa’e.

Manni Maree Ministeeroota Tatamsa’ina Vaayrasii Koroonaa (COVID-19) Hir’isuu Ilaalchisuun Walga’ii Ariifachiisaa Gaggeesseera.

Manni Marichaa Hojjettoonni Manneen Hojii Mootummaa Fedeeraalaa Guyyaa Boruu Irra Eegaluun Murtoon Dabalataa Hanga Darbutti Hojii Isaani Mana Isaanii Taa’anii Akka Hojjetaniif Murtoo Dabarseera.

Maddi Oddu W/M/M

Comments are closed.